CIRRACHA KALEE (RENAL STONES) ************************************* Cirrachi kalee, waantoota garaa garaa irraa kaleedhuma keessatti walitti qabamuun kan uumamtu dha. Cirrachi kale kan uumamu sababaan isaa guutummaa guutuutti beekamuu baatus sababoonni akka ka’umsaatti tarreeffaman: bishaan ga’aa dhuguu dhabuu, dhukkuba sukkaaraan qabamuu, ulfaatinni garmalee dabaluu, nyaata prootinaan olka'aa yeroo mara soorachuu fi kkf. Cirrachi kun gosoota addaa addaa qabaatus dhibbaan inni namarraan ga’uu fi mallattoolee inni argisiisu walfakkaataadha. ************************************* MALLATTOON CIRRACHA KALE MAALFA’II? Cirrachi kalee kun qaama sirna fincaanii keessaa bakka garaa garaatti argamuu danda’a. Mallattoon dhukkuba kanaas bakka cirrachi jiru (kalee, ujummoo fincaanii, afuuffee fincaanii) irratti hundaa’ee mallattoo garaa garaa argisiisa. “Cirracha Kalee Keesaa”: Yoo cirrachi kan kalee keessatti kuufame ta’e yeroo hedduu cinaacha keenya gama hubameen dhukkubbiin nutti dhaga’am...
Erga Media: Your Gateway to Technology & Society At Erga Media we bring you the latest insights on *technology and social issues**, exploring how innovation shapes our world. From groundbreaking tech trends to the social impact of digital transformation, we deliver in-depth analysis, expert opinions, and thought-provoking discussions