Skip to main content

Ilaalcha koo qofaatu sirriidha

erga media
Ilaalcha koo qofaatu sirriidha, waanan dubbadhu qofaatu haqa, akkana ta'i, akkasitti dubbadhu, akkanatti yaadi!....." jedhanii ilaalcha dhuunfaa ofii nama biroo irratti fe'uun wal garboomsuudha. Waan irratti waliif gallu irratti waliif gallee dabarra. Waan irratti waliif hingalle ammoo akka irratti waliif hingalle waliif gallee ilaalcha walii waliif kabajnee waliin jiraanna! Ilaalchi dhuunfaa kiyya kanuma kiyyaa; keetis akkasuma. Garuu osoo ani ilaalcha kee siif kabajuu ati kan koo yoo tuffatte ani kan kee nin tuffadha beekii..dursee kan kee siif kabajuun koo garuu kan kee waan naa caaleef osoo hin taanee yaadaafi hubannoon sii amansiisuuf fedhii koo obsaan waan dangeesseef. "Garaagarummaa ilaalchaa waliif kabajuunis dirqama ta'uu hubannee garaagarummaa ilaalchaa keenya moggaatti dhiisnee wal kabajnee jaalalaan waliin haa jiraannuu!

Comments

Popular posts from this blog

Jireenya Kee Jijjiiruu Ni Feetaa?

Jireenya Kee Jijjiiruu Feeta? Ka'ii, Har'a Jalqabi! Seensa Namni hunduu jireenya fooyya'aa fi gammachuu guutuu qabaachuuf fedhii qaba. Garuu, fedhii qofa qabaachuun gahaa miti; tarkaanfii fudhachuun murteessaadha. Namoonni baay’een carraa eeguun turu; garuu, carraan eenyuufuu hin eeggamu. Warri milkaa’an yeroo sirrii eeganii hin turre – ka’anii hojjatan ! Ati immoo har’a jalqabuu dandeessa! 1. Jijjiirama Maaliif Barbaadna? Jijjiiramni sababa lamaaf barbaachisa: Rakkoo keessaa ba’uuf. Sadarkaa olaanaa irra ga’uuf. Namni jireenya fooyyeffachuu barbaadu wantoota jijjiiruuf dirqama qaba. Jireenya keessa rakkoon fi gufuun ni jiraatu. Garuu, namoonni milkaa’an tarkaanfii fudhachuu fi warri hafan immoo dhiisuu filatu. Ati eenyu ta’uuf yaadaa? Ka’ii, har’a jalqabi! 2. Of-Baruu fi Kaayyoo Kee Beekuu Kaayyoo malee deemuun karaatti hafuu dha. Jireenya kee jijjiiruuf wantoota armaan gadii irratti xiyyeeffadhu: Of-baruu : Jabina fi laafina kee addaan baafadhu. Yaada kee fooyyes...

Qaama Saalaa Dhiiraa Guddisuu

  Qaama Saalaa Dhiiraa Guddisuu Qaama saalaa dhiiraa guddisuu jechuun, gabbina qaama saalaa dhiiraa fi hormoonota gabbisuu irratti xiyyeeffachuun barbaachisaa dha.  Kuni , gabbina qaama saalaa dhiiraa fi dandeettii hormoonota gabbisuu irratti xiyyeeffachuun, namoota dhiiraa gabbifachuuf yaalii fi tooftaawwan baay'ee barbaachisu. Gabbina qaama saalaa dhiiraa, hormoonota, akkasumas, gabbina fi dandeettii qaama irratti dhiibbaa qaba. Haaluma kanaan, toftaa gabbina qaama saalaa dhiiraa cimsuuf,  soorata sirrii  fi  hojii qaamaa  gochuun barbaachisaa dha. Sooranni, gabbina qaama saalaa dhiiraa irratti dhiibbaa olaanaa qaba, akkasumas, gabbina hormoonota irratti haala gaarii uumuun gargaara.  Namoonni , soorata gabbina qaama saalaa dhiiraa cimsuuf, soorata protein, vitamins, fi minerals baay'ee qabu fayyadamuun barbaachisaa dha. Dabalataan,  hojii qaamaa  gochuun, gabbina qaama saalaa dhiiraa fi hormoonota irratti dhiibbaa gaarii uumuun gargaara. H...

Privacy policy

TERMS AND CONDITIONS Last updated May 22, 2025 AGREEMENT TO OUR LEGAL TERMS We are Erga media ( " Company ," " we ," " us ," " our " ) , a company registered in Kenya at Eastleigh section one Nairobi , Section one Nairobi , Nairobi , Nairobi 00610 . We operate the website Ergamedia.khaxari.net (the " Site " ) , as well as any other related products and services that refer or link to these legal terms (the " Legal Terms " ) (collectively, the " Services " ). You can contact us by phone at +254799947681 , email at Info@khaxari.net , or by mail to Eastleigh section one Nairobi , Section one Nairobi , Nairobi , Nairobi 00610 , Kenya . These Legal Terms constitute a legally binding agreement made between you, whether personally or on behalf of an entity ( " you " ), and Erga media , concerning your access to and use of the Services. You agree that by accessing the Services, you ha...